Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan mobilyiif hojjatamee yeroo jalqabaaf kan olee yeroo ta'u kitabni kun kan darikessatti qabatu azkaara muslimnii tokko guyya guyyaan jireenya isaa kessatti fayyadamuu danda'uu dari kessatti qabatee dha fakkenyaafis azkaara ganamaaf galgalaa, azkaara nyaata, azkaara uffachuu fi kkf bayinan kan dari kessatti qabatee dha. Appii kana fayyadamuun menilai nu godha.
Tampilkan Lebih Banyak
Informasi lebih lanjut tentang: Hisnul Muslim Afaan OromooAzk