en

Maqaa Oromoo
Install Now
Maqaa Oromoo
Maqaa Oromoo

Maqaa Oromoo

Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kan qabuufi maqaa moggaasuu dandaa.

App Size: Varies With Device
Release Date: Dec 7, 2018
Price: Free
1
6 Ratings
Size:
Varies With Device
Download APK
Google Play

Screenshots for App

Mobile
Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta’eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu.
-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta’een banamee kan itti fayyadamuun danda’amuudha.
Show More
Maqaa Oromoo 3.0 2019-02-15
2019-02-15 Version History
-UI Improved
-bugs fixed

~Gulele Software And Application Development
More Information about: Maqaa Oromoo
Price: Free
Version: 3.0
Size: Varies With Device
Release Date: Dec 7, 2018
Content Rating: Everyone
Developer: Gulele Software And Application Development
Recent Releases

Whatsapp
Vkontakte
Telegram
Reddit
Pinterest
Linkedin
Hide