languages en

Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo
Install Now
Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo
Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo

Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo

Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo kana Dr.Muhammad Rashaad Kabiir Abdullee

Developer: Ethiomapps
App Size: 85M
Release Date: Feb 2, 2020
Price: Free
4.7
127 Ratings
Size:
85M
Download APK
Google Play

Screenshots for App

Mobile
Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo Barreessan Tafsiira kanaa Dr.Muhammad Rashaad Kabiir Abdullee(Rabbii Rahamataa Haa’a Godhuufi)

Tafsiira Quraanaa Yeroo jalqabaaf maxxanfamee bahee yeroo ta’uu ammas yeroo ammaa kanattii yeroo jalqabaaf Applikeeshini kan isiin biraa gahuu dha. Alhamdulilah ammaaf MB 83 yeroo tahuu yeroo barreffamni isaa rawwaatamuttii MB 10 Hin caalleen isiiniif gadlakkifama. Koopiirayitii nuuf eyyaammuun toora feesbukan Khalid Rashaad yeroo ta’uu Rabbiin jazaa kee jannataan sii haa kennu jennaa.Haaluma walfakkaatuun looqoda harargeen alattii Tafsiraa Barreefamee jiruu isiif basuuf yaalaa waan jiruuf obsaan nuu eegaa. Nutii Rabbiin nurraa haa qeebaluu jechaa du’aii kessaan isiin gaffanna.Waaluma gallatti Tafsiira kana haalaa bayyee bareedaan qophessinee isiif dheysinee jirraa du’ii kessaniin nuun irranfatina.
Show More
More Information about: Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo
Price: Free
Version: 5.0
Size: 85M
Release Date: Feb 2, 2020
Content Rating: Everyone
Developer: Ethiomapps
Developer Apps:
Recent Releases

Whatsapp
Vkontakte
Telegram
Reddit
Pinterest
Linkedin
Hide