languages en

Qormaataa fi Leenjii Konkolaac
Install Now
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa of kessatti qabate.

Developer: Ethiomapps
App Size: Varies With Device
Release Date: Feb 18, 2020
Price: Free
4.4
173 Ratings
Size:
Varies With Device
Download APK
Google Play

Screenshots for App

Mobile
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galatoomaa.
Show More
More Information about: Qormaataa fi Leenjii Konkolaac
Price: Free
Version: 4.0
Size: Varies With Device
Release Date: Feb 18, 2020
Content Rating: Everyone
Developer: Ethiomapps
Developer Apps:

Whatsapp
Vkontakte
Telegram
Reddit
Pinterest
Linkedin
Hide